My360 Helper


Mul’aticha

twr360

TWR 360 daangaalee afaanii cabsee akkasumas akka salphaatti argatan gochuudhaan akka fayyadamtooti qabiyyee miidiyaa Kristaanaa gadibuufachuudhaan akkasumas kallattiin dhangalaafachuun dubbisuudhaan jireenya isaanii guyyuu Kiristoosii wajjin qabanitti akka guddataniif taasisa.

Ergicha

TWR 360 fayyadamtoota marsariitii fi mosaajii moobaayilaa irratti xiyyeeffachuudhaan tajaajila Miidiyaa TWR 360 itti fufsiisaa akka Waldaan Kiristaanaa Ergaa Guddicha Kiristoosiin galmaan geessuuf tumsa.

  • Qabiyyii bal'aa Kiristaanummaa namni tokko karaa kompiiteraa ykn bilbila harkaa salphaatti akka rgatuuf, akka gaariitti akka bira ga'uuf dandeessisuu.
  • Quunnamtoota Kiristaanaa kanneen tajaajila isaanii bifa garaagaraatiin tajaajiloota gurguddoo fi xixiqqoo wajjin walcina tamsaasan kennadhu
  • TWR360 bakka sagantaan tarreeffama hedduu qabu tuulamu fi itti guddataa kan deemuudha. Marsariitiin kun tamsaasa raadiyootiifis ni oola, garuu yeroodhaa fi bakkatti hanqina qaba

Waa’ee “TWR”

Speaking fluently in 200+ languages and dialects, TWR exists to reach the world for Jesus Christ. Our global media outreach engages millions in more than 160 countries with biblical truth. For more than 70 years, God has enabled TWR to help lead people from doubt to decision to discipleship.

Dhibantoota Addunyaalessaa, waldoota Kiritaanotaa naannoo fi tajaajilawwan biroo wajjin ta'uudhaan TWR sagantaalee barbaachisoo ta'anii fi qabeenya duukabu'ummaaf ta'an karaa hojjettota isaa abdii namootaafi hawaasa addunyaaf kennuuf ofkennoo ta'an isinii dhiheessa. Egaa yoo fayadamtoota raadiyoo AM/MW, dabalii gabaabaa ykn FM, dhangala'a interneetii ykn kan dhaggeeffatootaa wajjin kan fuulaa fuula wal argutu ta'e TWRn dhiibbaa hafuuraa yeroo dheeraa turu si irraan geessisa.