WAQAAYYOO SAGALEE FAAYINAA ERGUU ISAA.SEENA NAA'OMI

FAYYINA ARGACHU

YESUSIIN QAAQABAATAMU,DHIISU CUBUU ARGACHUU

DHIFAMA CUBBU

FEESTTULAA

HOJJII GAARII HOJEECHUU

DUKKUBA LAPHEE

FAYAA KEENYAAF KADHACHUU

Laphee cabee

Barumsa waa’ee Jireenya – Seenaa waa’ee ashanduulitii cabee garuu immo deeb’ee haala biraatiin hojjatamee. Akkasumas seenaa waa’ee walitti dhufeenya cabee. Xiyyeffanna: haawaasumma fi miraa Barumsa waa’ee lubbu – Gooftaan caba laphee fudhee jireenya haresuu isaa Xiyyeffanna: Dhugaa ba’umsa Dubbi Ijoo: Gooftaan yesuus dhukuubaaf gadadoo keenyaa fudhachuuf dhufe

Dhukkuba soombaa / Gara dhaalaa galuu

Barumsa waa’ee Jireenya – Waa’ee dhukkuba soombaa, milikita isaa, attamitti yaalamaa fi gara namoota biriitti hindarbineef maaltu gadhamu qabaa isa jedhu Xiyyeffanna: Fayyaa Barumsa waa’ee lubbu – Seenaa warra Israa’el deemsa isaani gara biyya kaku. Akkasumas waa’ee waaqooli tolfamoo Dubbi Ijoo: Gooftaa yoo amnee inni kaku isaa in raawwataa Contributor /Gust/

Suusii 2 / Yesuusiin barbaadu

Barumsa waa’ee Jireenya – Seenaa dubrtitti suusiidhaan qabmtee sun itti fufaa. Xiyyeffanna: Sammu fi Miraa Barumsa waa’ee lubbu – Dhugaaba’umsa waa’ee gooftaa yesus Xiyyeffanna: Dhugaa ba’umsa Dubbi Ijoo: Gooftaan yesuus Nuu ceepha’auuf hin dhufnaa nuu fayyisuuf malee.

Suusii 1 / Yesuusiin Bilisa ba’uu

Barumsa waa’ee Jireenya: Seenaa dubartii suusii dhugaatii qabdu. Suusiin maal akka ta’ee fi attamitti namoota akkasii gargaaruu akka dandeenyu. Xiyyeffanna: Sammu fi mirraa Barumsa waa’ee lubbu: Yesuus bilisa nubaasaa. Namoota nuu gargaaru dana’an qabnaa ta;a garuu isaan halkanii fi guyyaa nuu wajjin miti.Yesuus garu jira. Xiyyeffanna: Dhugaa ba’umsa Dubbi Ijoo: Gooftaa Yesuus waliin walitti dhufeenya cimma qabnaa isa yeroo hundumaa jiraatu.

AIDS / Jireenya barabaraa Yesusiin argachu

Barumsa waa’ee Jireenya –Waa’ee AIDS dhugaa jiru, akkamitti baruun akka danda’amu fi maloota ittisa isaa. Xiyyeffanna: Medical/Social Barumsa waa’ee lubbu – presents a clear gospel message that sin leads to death but we can have life because Jesus paid the price for our disobedience. Xiyyeffanna: Evangelism Learning Point: Jesus made a way for us to receive eternal life.

Addummaatti Jiraachu / Ra’abii

Barumsa waa’ee Jireenya: Wantoota akka adaatti ilaallu yeroo tokko tokko nuu gargaaru yeroo kaan immo nuu midhuu. Adaa gaggaarii guddisudhaaf yeroo fudhataa, fakeenyaaf kan akka ijoolee durbaa barsiisu, dhanqna qabaa hambisu fi k.k.f. Xiyyeffanna: Ogummaa jireenyaa Barumsa waa’ee lubbu: Seenaa ra’aab- Waaqayyoo isa dhugaa duukaa bu’uf jecha umata ishee alatti kan jiran kan deegarte. Xiyyeffanna: Ilaalcha keenyaa jijjiru Dubbi Ijoo: Wantoota rakkosoo ta’an jireenya keenyatti yommu dhufan Waaqayyooti amanu akka qabnu.

Arraba/ Miidhuu fi fayysuu

Barumsa waa’ee Jireenya: Eeggannoo Araabaaf goochuu qanuu. Xiyyeffanna: Arrabaa keenyaan in waaqayyoo kadhana isa wajjins in ashoofina,arrabin bu’aa dhagnaa nama keeyaa nama abarru fi kan nama eebisuudha kanaf arrabaa keenyaaf eegganaa gochuu qabna. Xiyyeffanna:Amali christiyyaana dursa hojii wangeela ti. Xiyyeffanna:Waaqayyoo humina ittin harrabaa keenya to’aanuu inni nuuf inkeena..