Dhaabi Rook kan inni jiraatu fedhii ijoollee yeroo gabaabaa, yeroo dheeraa fi isa kan bara baraatiif deebii kan kennuudha. Dhaabi Rook Biyyaalessaa, dhaaba bu’aaf dhaabbate utuu hin ta’in dhaaba addunyaa kana keessatti qaama Yasuus ta’uu hawwuudha. Akkasumas bakka balaan, miidhaa fi tuffatamuun jiru keessatti ijoollotaaf gargaarsa, carraa fi kunuunsa kennuudha. Dhaabi kun ijoollee fi ga’eessota walqixeetti afaanota garaagaraatiin seenaa fi ergaa waa’ee Waaqayyoo bifa ifaa fi ilaalcha addunyaa sirrii ta’een kan dhiheessuudha.