Addummaatti Jiraachu / Ra’abii

Barumsa waa’ee Jireenya: Wantoota akka adaatti ilaallu yeroo tokko tokko nuu gargaaru yeroo kaan immo nuu midhuu. Adaa gaggaarii guddisudhaaf yeroo fudhataa, fakeenyaaf kan akka ijoolee durbaa barsiisu, dhanqna qabaa hambisu fi k.k.f. Xiyyeffanna: Ogummaa jireenyaa Barumsa waa’ee lubbu: Seenaa ra’aab- Waaqayyoo isa dhugaa duukaa bu’uf jecha umata ishee alatti kan jiran kan deegarte. Xiyyeffanna: Ilaalcha keenyaa jijjiru Dubbi Ijoo: Wantoota rakkosoo ta’an jireenya keenyatti yommu dhufan Waaqayyooti amanu akka qabnu.