Faqkkeenya namicha Sanyi facaasuu.

Barumsa waa’ee Jireenya: Xaa’oo (Harley Becy). Xiyyeffanna: Xaa’oo biyyooti dabaalluu dhan, attamitti biyyoon biqilaadhaf mijaa’aa akka ta’uu goonaa? Xiyyeffanna:Hojji wangeelaa/Jireenya christiyyaanoota. Barumsa waa’ee lubbu: Gooftaan Yesuus faqkkeenya namicha Sanyi facaasuu qabee jireenya duuka buttota isaati dubbaachuu isa. Dubbi Ijoo: Attamitt Waaqayyoo dubbi isaa jireenya keenyati akka inni dubbaattu .