Dorothy Bennett

Doorotiin abbaa manaa ishee Richaardiin gargaaruudhaa akka gaariitti Dubbii Waaqayyoo dubartoota barsiifti. Isaan walii wajjin tajaajila olaantummaa Kiristoosiin addunyaa irratti labsu gaggeessu. Tamsaasi raadiyoo isaanii waggootii 20f ardii shan irratti haguuguu danda’ee jira.
Ministries

Dorothy's Daily Devotional
