Isi Fudadi

Dubbi akam dansaa tunini dubbi waaq’a,tubbini tunini tateeti araa dandeete tubbi taan fudate soomte arran jala qabate taate tolfataa,wonti annini sii hubatu fedu waaqi kara hafuura issatini dubiin isaatin siti dubataa hegeri wanuma nami guyaa sambaata siiti dubatuu faan jirata yokhaan yathuuma sun kabate waan jeetu egerii aka nama kana tahaa

Dugaa

amaa dubbi waaqaa waliin soomna. Oduu dansaa yohana bookt 1.waan naam yahana jedanii . makaani isaan beekani yohana naam batiisu.inii du,geesu du,fee.akkasii jechuuni inii ka ilm waaqa duraa dufuu jechuu.

Dugaan Hojadi

SIIN WALIIN GAMATHA WAAN WAAQI QOOMI DANSAA TANA NUKEEF,AKKA D’UBBI WAAQAA WALIIN BARANUU.YO D’UBBI WAAQAA BAANNE SOOMNUU ONEE TEENALE BANACHU MALE AKKA WAAN WAAQII NUNJEDU HUBAANNU,AMALE AKKAN JECHU MALE,EE ABOO WAAQAA DU’GAA TATEE NABARSISI ANINI F’UDHACHU FEE’DHA.

Iradebie

Amaa gara d’ubbi waaqaa d’ebbinna, kitaabaa mathayoo 3,1 gaaf sunii yohaananii naam batiisu laaf aloo ta ju’deea kesaatii d’ubbi waaqaa hasaau d’ufee.

Ilalacha

Amaa gara d’ubbi waaqa waliin ,d’ebinna, kitaaba math,11.d’ubbi waaqaa yoo chufaa somitii u’fbaarsisii.alee yoogarii indaagetaa akka aninii.armaati soomuu.waanii akkanaatiif,nuu hereega keenaa chufaa gaam d’ubbi waaqaa d’ebiisu malee.

Batiso Dhab Iradhebie

amaa dubbi waaqaa kitaba mat 3 keesa somnaa , waa yohana naam batisu n herenna, inni laaf alloo keejira inni dubii waaqaa od’esuu jira biyiiti achiiti bafaate waan inni od’esuu chakaftee dawaate,inni yo dubbi waaqaa dubatuu sunii waan tookole dahatu imbaane, inni imbekaa yoi sunini yoakamitii,inni od’u naamfaa gamachiftu akka biyya sunii iraa wafaa argatu.

Bafami

dubbi waaqaa mt 3 somna waan yohana naam batisuu hereena, inni o’du mamma kabaa, inni naam jajaba , inni waan nasuu aboo kennalee imbeku,inni odd’u dansaa anafii atelenii somnuu tanaa imbeku.

Hafur Hama

gamadha g’udaa kabaa amale ka waaqii waltii n’udeebisee ;yo chufaa onne teena keesa jirtanii , kadacha tennalee keesa yo chufaa.

Dubbi Waqaa ta Jirena

ama d’ubbi waaqaat debinee waliin soomnaa, tunini tubii jireenaati,kitaaba ebraaniati 4, 12 hagaa 16.d’ubbin waaqaa injirtu amale ire jabduu kaabdii,isiini wahojatii

Qalich Ken Gudha Ka Chubu Hiqabne

Dabsacha Yeson Shetan Dabsat